Horsiisee Bultootni Godina Boorana Bahaa Aanaa Areeroo marga haamanii kuufachuu isaanitiin yaaddoo bona keessa nyaata beeyldaa dhaabun dararamuu irraa bilisa ta’uu dandeenyaa jedhan.

BMJHBO 23/12/2015 Areeroo Hojiin misooma Margaa Aanaa Areeroo Ganda Halonaa jedhamutti Piroojaktii dandammanaa hongee fi itti fufiinsa jiruu fi jireenyaa (DRSLP-II) tiin hojjatamaa jiru Horsiisee bultoota Gandichaaf yaaddoo nyaata beeyladaa bona keessa isaan muudatu irraa kan isaan bayanachisuu ta’uu Horsiisee Bultoonni Gandichaa himan. Lafa heektara 600 ol micireen irraa ciramee Piroojaktichaan kunuunfamee misoome irraa yeroo […]

Waldaaleen piroojektota Finnaarratti gurmaa’uun hojjachaa jiran fayyadamoo ta’uu ibsan

Godina Booranaatti waldaaleen pirojektota finnaarratti gurmaa’uun hojjachaa jiran fayyadamoo ta’uu Waajjiri Jallisiifi Misooma Horsiisee Bulaa Godinichaa beeksise. Miseensonni waldaaleen hojicharratti bobba’an bu’aa dhandhamachaa jiraachuu himuun ammas deeggarsi ogummaa, dhiyeessii sanyiifi ujummoon kan isaan barbaachisu ta’uu dubbatan. Waldaaleen 14 miseensoota 870 qabu pirojektoota finnaa Fuloo Burraa, Burquqqee, Bosonaa, Qarsa Yeyyiifi Liisoo irratti gurmaa’uun hojiilee omisha kuduraafi […]

Leenjiin Sosochii Uummataa dhiyyeessii Bishaan Jallisii Guyyoota Lamaaf kennama ture xumuramera.

Karoora xiiqii Misooma qamadii bonaa bara 2016 irratti karoorfame Milkeessu itti fayyadama dhiyyeessi bishaani, Sosochii Uummataa, Suphaa fi Opireeshinii Paampii irraattii ogeeyyiin Godinaalee fi Aanoolee baay’inaan Namoota 204 Leenji’a turaniru. Akka Naannoo oromiyaatti mootummaan Jiruu fi Jireenya Uummataa dinagdeedhaan cimsuuf hojiiwwan bal’aa hojjacha jiraachuu lnisheetiviiwwan hedduun mul’ata badhaadhina milkeessuuf hojjetama jiraachuu, Rakkoolee gogiinsaa fi beelan […]

Hojii misooma jallisii kan bara darbee irra bara kana dachaa oliin guddisuuf dandeettii raawwachistummaa cimsuuf leenjii kilaastra jahaan kennamaa ture xumurame.

BMJHBO 20/12/2015 Hojii misooma jallisii bara oomishaa 2015 keessaatti hojjatamaa tureen lafa heektara miliyoona 1.1 irratti qamadii oomishamneen bu’aa fi muxaannoo argachuu irra darbamee oomishicha gara biyya alaa erguun danda’ameera. Kun seenaa biyya keenyaa keessaatti hin danda’amu jedhamee amanamaa ture kan cabse yoo ta’uu kanaanis qamadiin wabii nyaataan of danda’uu, alaa kan galu bakka buusuu, […]