OIPDB Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horrootti Piroojaktiin lafa heektara 112 misoomsuu danda’u eebbifame By Communication June 29, 2023June 29, 2023 0 minutes, 6 seconds Read Share To Social Media Piroojaktootni kunneen jiila bulchaa Godinichaatiin durfamuun eebbifameera. Piroojektiin Kun lafa heek 112 kan misoomsuu fi Abbaa warraa nama 352 f tajajilaa kan kennuudha.
Previous Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaa Piroojaktiin jallisii lafa heektara 100 misoomsuu danda’u hojjatamaa ture xumuramee walharkaa fudhiinsi raawwatame.
Next Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Hawwaa Galaan Projaktii Jallisii Coqorsaa xumurame Walharkaa fuudhinsii taasifame.
OIPDB Hojii Misooma Jaallisii bara 2016 milkeessuuf Leenjiin sosochii Uummataa Biiroo misooma Jaallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa fi Biiroo Qonnaa Oromiyaa waliin ta’un qopheesse kilastera Shaashamanneetti kennamu egaleera By Communication August 30, 2023August 30, 2023