OIPDB Godina Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuutti haroon namoota 500 fayyadamaa taasisu hojjatame By Communication August 1, 2023August 1, 2023 0 minutes, 9 seconds Read Share To Social Media BMJHBO Haroon ganda ijaaraa keessaatti hojjatame kun qabiyyee bishaan meetir kuubii kuma afurii ol kan qabatu yoo ta’u kana irraayis namootni 574 fayyadamoo ta’u. Haroo kana hojjachiisuuf qarshii miliyoona 4.4 ol baasii ta’eera.
Previous Mootummaan Naannoo Oromiyaa jiruufi jireenya hawaasa horsiisee bulaa keenyaa foyyessuuf Imaammatafi tarsiimoo ifa ta’e qabatee socho’aa jira : Kabajamoo Pirezdaantii BMNO Obbo Shimalis Abdiisaa
OIPDB Horsiisee Bultootni Godina Gujii Lixaa Aanaa Dugda Daawwaa Ganda Bokko Gooroo Baalli Waldaan Gurmaa’ani Sanyii Margaa Omishaa Jira Daawwatame. By Communication June 3, 2023June 5, 2023
OIPDB Godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti Piroojaktiin Jallisii qarshii miliyoona 32 hojjatamaa jiru ji’a Waxabajjitti xumuramee tajaajilaaf ni oola. By admin June 1, 2023June 1, 2023