Leenjii Sosochii dhiyeessii bishaan jallisii bara 2016 Kilaastara Jimmaas eegaleera
BMJHBO 18/12/2015 Bara 2016 jallisiin qamadii lafa heektara miliyoona 2.5 irratti misoomsuuf karoorri qabamee hojitti galamuuf adeemaa jira. Hojii kana milkeessuuf dandeettii ogeessoota damee kana irratti hojjatan cimsuun waan barbaachisuuf leenjiin mata Sosochii uummataa dhiyeessa bishaan jallisii bara 2016 Ogeessoota Aanaalee kanneeniif Kilaastara jaha Adaamaa, Shaashamannee,Roobee, Ciroo,Naqamtee fi Jimmatti guyyaa boruu ni kennama. Akkaataa leenjii […]
18/12/2015 BMJHBO Piroojaktii Jallisii Finna Kufa bobaasaa Aanaa Fadiis hojjatamaa jiru yeroo ammaa 65%irra kan gahe yoo ta’uu piroojaktichi abbaa warraa 340 fayyadamoo kantaasiisu fi lafa heektaara 204 misoomsa. Hidhichi waligala bishaan m3 miliyoona 2.5 kan qabu yoota’u waligala qarshii miliyoona 320.8 hojjatamaa jira. Piroojaktiin kun yeroo xumurametti rakkoo hanqinaa Bishanii Aanicha keessaa jiru ni […]