Oipdb 26/12/2015 The community has benefited from the Drought Resilience and Sustainable Livelihood Project (DRSLP- II) in the past six years in the areas of Water, Pasture Land Development, Livelihood Improvement, Construction of Livestock Marketing Center and Roads. The farmers of the district told us that the works done for them by the project have […]
Waxabajjii 14, 2015 BMJHBO Dargaggeessi Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo Ji’oomeembireeniin barana raabsamee fayyadamun Haroo maatii qopheeffachuun Kuduraa oomishaa jiru muuxannoo dargaggoota kaanif ta’u hojjachaa jira. Dargaggoon Kaliif Ahimad jedhamu teekinoolojii jallisii bishaan qusachuuf oolu drip irrigation jedhamutti gargaaramuun kuduraa oomishaa. Hojii fakkeenyummaa qabu kanaan hawaasni naannoo muuxannoo irraa fudhachaa jiru. Dargaggoo Kaliif ergaa dabarseen […]
BMJHO 23/8/2015 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa jila hooggansa biyyoota Afriikaarraa Itiyoophiyaa dhufe misooma Iskimii jallisii fi paampidhaan Godina Shawaa Bahaatti Qamadii kilaateraan misoomaa jiru daawwachiisan.
BMJHBO 24/08/2015 Adaamaa Biiroon Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa raawwii karoora kurmaana 3ffaa hojjattoota isaa waliin magaalaa Adaamatti gamaggama gaggeesseera. Gamaggama kanaan hojiileen kurmaana 3ffaa keessaatti raawwataman kan dhiyaate yoo ta’u kanaanis ciminoota fi hanqinoota jiran dhiyaataniiru. kka ciminootaa Bishaan cimmisuu, inisheetivii misooma margaa, rabsaa ji’oomeembireenii akka ciminaatti kan ilaallame yoo ta’u sababoota adda […]
Caamsaa 01,2015 BMJHBO Hojiin karooraan qabamanii hanga kurmaana 3ffatti raawwataman keessatti hojiilee harca’anii hafan dabaluun karoora guyyoota 60 baafachuun saffisaan hojjechuun karoora bara 2015 sadarkaa olaanaan milkeessuuf hojjatamaa jira. Akkatuma gamaggama hojii kurmaana 3ffaa gaggeeffameen ciminootaa fi hanqinoota adda bahan galtee godhachuudhaan hojiilee harca’aanii hafan karoora guyyoota 60 qophaa’uun raawwachuuf hojjatamaa jira. Dhimma kana irratti […]
Caamsaa 3,2015BMJHBO Hongeen bara kana sababa hanqina roobaan muudatee ture Godinoota kudhan keessatti uummata rakkoof saaxilee ture. Oromiyaa keessatti godinoota lafa gammoojjummaa qaban keessatti hongeen irra deddeebiin muudachuun namaa fi beelyada irratti miidhaa qaqqabsiisa. Hongeen bara kana muudate garuu roobni waqtii roobaa shaniif walitti fufinsaan osoo hin roobiin turuu isaa irraa kan ka’e akkasumas biyya […]
============== MAY 14 ,2023
Caamsaa 8, /2015 (BMJHO) Bara baajataa 2015 kana keessaa Iskimoota Jallisii suphaa barbaadan 12 qarshii Miliyoona 194 oliin suphisifamaa kan jiran yoo ta’u kunis lafa heektara 3809 misoomsuu kan danda’aniii fi kanaanis abbaa warraa 11185 fayyadamoo taasisu. Suphaa Iskimoota Jallisii gaggeessaa jirru hojii misooma Jallisii qabannee milkeessuuf bu’aa guddaa akka qaban Itti aanaa Hogganaa Biiroo […]
Caamsaa 10/09/2015 BMJHBO Piroojaktiin Jallisii Abbonoo jedhamuu kun lafa heektaraa 500 ol misoomsuu danda’a jedhamee qarshii Miliyoona 32’n Aanaa Saqqaa Coqorsaattii hojjatamaa jiru kun ji’a waxabajjiitti xumuraamee tajaajilaaf akka qophaa’uu qabu gareen Suuparvizinii Itti aanaa Hogganaa Biiroo fi Itti gaafatamaan damee Jallisii fi Bu’uuralee Horsiisee Bulaakan ta’an Inj. Alamuu Raggaasaatiin duramuu Godinichatti imale kallattii kaa’eera. […]
Godina Booranaa Aanaa Miyootti rooba roobaa jiruun misoomsuun bu’aan argamaa jira. May 19 ,2013