Bara 2016 rakkoo nyaata beeyladaa furuuf lafa heektara miliyoona sadii irraa marga toonii miliyoona 10 argachuuf hojjatama

0 minutes, 22 seconds Read
Share To Social Media

Bara 2015 hojii misooma lafa dheedumsaa akka tarkaanfii tokkootti kallattii Mootummaan naannoo keenyaa kaa’een lafa heektara kumaa 700 irratti misoomsuuf karoorfamee lafa heektara kuma 900 ol irratti misoomsuun danda’ameera.

Bu’aa bara 2015 keessaatti argame dachaan dabaluuf karoora hojii bara 2016 keessaatti lafa heektara miliyoona 3 irratti misoomsuun marga toonii miliyoona 10 argachuuf kan hojjatamu ta’uu Itti aanaa Hogganaa Biiroo fi Itti gaafatamaan damee misooma Horsiisee Bulaa Obbo Roobaa Turchee yoo ta’an kanaanis beeyladoinni miliyoona 4 ol ji’oota bonaa sadiif irraa akka fayyadaman dabalanii himaniiru.

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *