Biirichi gamaggama raawwii kurmaana 4ffaa manajimantii isaa waliin gaggeesse.

0 minutes, 23 seconds Read
Share To Social Media

Waxabajjii 12, 2015 BMJHBO

Biiroon Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa hojii bara 2015 hojjachuuf karoorfate raawwaachaa ture maal akka fakkatu manajimantii isaa waliin gamaggameera. Gamaggama Kanaan keessaattuu hojiileen fayyadamummaa hawaasichaa mirkaneessuuf hojjatamaa turan haala kamiin adeemaa akka turanii fi bu’aa qabeessuummaa isaanii ilaallameera. Bu’uuruma Kanaan Piroojaktoota Jallisii 147 xumuruuf karoorfamee keessaa 135 xumuramaniiru. Bishaan cimmisuuf kana tajaajilaan Haroo 2037 Ji’oomembireenii uwwisuun danda’ameera. Oomisha margaa walqabatee lafa heektara kuma 900 irratti misoomsuun akka danda’amee gamaggama Kanaan akka cimiinatti dhiyaateera.

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *