Bishaan kuusuudhaan malaan yoo itti fayyadamne yeroo rakkinaa dandamachuu ni dandeenya

author
0 minutes, 12 seconds Read
Share To Social Media

Rooba tibbanaatiin Booranaatti nyaatni horiifi saliixiin bal’inaan omishamuu fi Waggaa utuu hin guutiin hongeerraa gara omishtummaatti cehuunsaa kan abdii namatti horudha jedhan Muummeen Ministeera Dr. Abiy Ahimad fuula Miidiyaa hawaasaa isaaniirratti. Bishaan kuusuudhaan malaan yoo itti fayyadamne yeroo rakkinaa dandamachuu ni dandeenyas jedhaniiru.

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *