BMJHBO 18/10/2015
Piroojaktiin Aanaa Giddaa Ayyaanaa ganda Gaattiraa laga Shankooraatti keessatti hojjatamaa ture xumuramee walharkaa fudhiinsi waldaa Ittifayyadama Bishaan Jallisii walin taasifame.
Proojaktiin jallisii sagantaa AGP ttin Aanaa Giddaa Ayyaanaa ganda Gaattiraa laga shankooraatti Hojatamaa jiru Birrii mil.13.5 hojjatamee kun lafa heektara 100 misoomsuu kan danda’u yoo ta’u abbootiin warraa 120 irraa fayyadamoo taasisa



