Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti Iddoo Piroojaktii Finnaatti Biqiltuun dhaabame

0 minutes, 42 seconds Read
Share To Social Media

Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti daawwannaa Piroojektii Finnaa sababeeffachuun sirni dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa gaggeeffamee.

Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti

Jilli itti gaafatamaa waajjira misoomaa jallisiifi Horsiisee bulaa Godina Arsii Lixaa Injiinar Huseen Muhammadiin durfamu daawwannaa Piroojektii finnaa sababeeffachuun sirna dhaabbii biqiltuu ashaara magariisa Hojjata Waajjira misoomaa jallisii Godina Arsii Lixaatiin dhaabaniiru.

Sirni dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa akka Waajjira misoomaa jallisii Godinichatti qabnu keessaa dhaabbiin biqiltuu Ashaaraa magariisaa piroojektii jallisii finnaa kana irratti kan taasifame tahuu eeruun, karoora xiiqii bara 2016 qabne milkeessuuf ariitiin, baay’inaafi qulqullinaan hojjechuu barbaachisaa akka ta’e Injiinar Huseen dubbataniiru.

Dabalataanis dhaabbii buqiltu kana irraatti Waajjira qonna Aanaa g/ haasasa, goorsitoota projektii , hojjatoota projekti dhaabbii buqiltu kana irraatti argamani jiru.

Xummura irraatti I/A bulchaa Aanaa Gadaab Hasaasa Obboo Muhammad kadiir biqiltuu dhabbate kanunsuu fi hojii piroojektii kan akkaa ariitiin xummuramuf deegarsa barbaachisa akka godhaan dubbataniruu.

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *