Waxabajii 6,2015 BMJHBO
Suphaan iskimii Jallisii lafa heektara 150 misoomsuu danda’u qarshii miliyoona 14.3 oliin Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo Ganda Didaa Yaaballoo suphamaa jiru sadarkaa xumurarra gahe
Suphaan Iskimii kun yeroo xumuramu lafa heektara 150 misoomsuu kan danda’u fi haalli suphaanisaa sadrkaa irra jiruu Itti aanaa Hogganaa Biiroo fi Itti gaafatamaa Damee Bulchiinsa Iskiimoota Jallisii Inj.Gurmeessaa Oljirraattin daawwatameera
Iskimin jallisii lafa heektaara 150 misoomsu kun abbotti warraa 300 fayyadamoo taasisa.




