18/12/2015 BMJHBO
Piroojaktii Jallisii Finna Kufa bobaasaa Aanaa Fadiis hojjatamaa jiru yeroo ammaa 65%irra kan gahe yoo ta’uu piroojaktichi abbaa warraa 340 fayyadamoo kantaasiisu fi lafa heektaara 204 misoomsa. Hidhichi waligala bishaan m3 miliyoona 2.5 kan qabu yoota’u waligala qarshii miliyoona 320.8 hojjatamaa jira.
Piroojaktiin kun yeroo xumurametti rakkoo hanqinaa Bishanii Aanicha keessaa jiru ni furaa jedhamee eeggama .



