Hagayya 17/2015 BMJHO
Akka ragaan waajjira Qonnaa Damee jallisii Aanaa Gooroo Guutuu ibsutti Aanichatti haroo maatii 845 fi haroo hawaasaa 45 jiranin bishaan roobaa fi maddeen gara garaa meetir kuubiin 107000 kuufamee jira. Rakkoo hanqina bishaanii kanaan dura aanicha muudataa ture illee ni fooyyessa jedhame. Qonnaan Bulaan bishaan cimmifate kanaan oomishaalee yeroo gabaabaa keessatti ga’an facaafachuuf qophii ta’uu himan qonnaan bultoonni.




