Hagayya 15/2015 BMJHO
Akka ragaan waajjira Qonna Damee jallisii Aanaa xuulloo ibsutti Aanichatti haroo maatii 396fi haroo hawaasaa 14 jiranin bishaan roobaa fi maddeen gara garaa bishaan meetir kuubiin 68200 kuufamee jira.
Aanichatti bishaan lafa jala qotameen baasuun uwwisaa lafa jallisi jiru hunda dabaluuf boollaa gababaa 31 fi eelaa bishaani 27 jiran hundaa hojii inisheetivii jallisi boonaatif oolchuuf qophaa’a jirra .



