Godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti Piroojaktiin Jallisii qarshii miliyoona 32 hojjatamaa jiru ji’a Waxabajjitti xumuramee tajaajilaaf ni oola.

author
0 minutes, 22 seconds Read
Share To Social Media

Caamsaa 10/09/2015 BMJHBO

Piroojaktiin Jallisii Abbonoo jedhamuu kun lafa heektaraa 500 ol misoomsuu danda’a jedhamee qarshii Miliyoona 32’n Aanaa Saqqaa Coqorsaattii hojjatamaa jiru kun ji’a waxabajjiitti xumuraamee tajaajilaaf akka qophaa’uu qabu gareen Suuparvizinii Itti aanaa Hogganaa Biiroo fi Itti gaafatamaan damee Jallisii fi Bu’uuralee Horsiisee Bulaakan ta’an Inj. Alamuu Raggaasaatiin duramuu Godinichatti imale kallattii kaa’eera. Kallattii kaa’ame Kanaan Piroojaktoota dursa xumuramuu qabaniif dursa kennuun yeroo jedhame keessaattii xumursiisuuf kan xiyyeeffateedha.

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *