BMJHBO 22/10/2015
Piroojaktiin Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Hawwaa Galaan Projaktii Jallisii Coqorsaa hojjatamaa ture xumuramee walharkaa fudhiinsi koree teknika Jallisii walin taasifame.
Proojaktiin Jallisii Coqorsaa hojjatamee kun lafa heektara 200 misoomsuu kan danda’u yoo ta’u abbootiin warraa 200 irraa fayyadamoo taasisa jechun I/G Waajjira Jallisii Godina Qellem Wallaggaa Obbo Addisuu Canqaa Ibsaniru.




