Godina Shawaa Bahaa Pirojeektoota Jallisii 12 Qarsahii Miliyoona 260 oliin hojjatamaa ture eebbiffame.

0 minutes, 30 seconds Read
Share To Social Media

BMJHBO 27/102015

Jillii Bulchaa Bulchiinsa Godina Shawaa Bahaa Obbo Abbaabbuu Waaqootiin durfamu Aanaa Ada’aa Ganda Karfeetti Pirojeektii Jallisii Qarshii Miliyoona 26 hojjetame eebbisiisan.

Pirojeektin Jallisii Karfee kun Abbaa Warraa 120 fi Lafa hektaara 60 ol kan misoomsuudha.

Godina Shawaa Bahaatti Bara Baajataa 2015tti Pirojeektota Jallisii 21 ijaarsiisuuf hojjetamaa ture keessaa pirojeektonni 12 Qarshii Miliyoona 260 oliin hojjetaman Abbaa Warraa 1637f Lafa hektaara 689 ol misoomsuu xumuramuu tajaajilaaf banaa ta’anii jiru kan jadhan itti gaafatamaa waajjira misooma jallisii fi Horsiisee Bulaa Godina Shawaa Bahaa obbo Omaars Leencamoo tti.

Piroojektii jallisii karfee adda kan isa taasiisuu rakkoo Riqaa hawaasni qabu ijaarsa diizaayinii jallisii keessatti dabalee ijaaramuu adda isaa taasisa jedhan Obboo Omaars Leencamoo .

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *