Godina Shawaa Bahaatti marga lafa heektaara 52,000 irratti misoome kuusuun akka danda’amuuf haamuu fi beel gochuun eegalamee.

0 minutes, 19 seconds Read
Share To Social Media

Caamsaa 28,2015 BMJHBO

Rooba dhabuun hongee uummameen Beeyladni nyaata dhabuun baay’een miidhamuun yaadannoo keenya yeroo dhiyooti. Akka ittigaafatamaan Waajjira Misooma Jallisii fi Horsisee Bulaa Godina Shawaa Bahaa Obboo Omarsaan Leencamoo ibsanitti bara kana akka Godina Shawaa bahaatti lafa tutuqqaa irraa bilisa gochuu , roobaa fi jallisii faca’ee heektaara kuma 52 ol misooma tureerraa marga nyaata beeyladaa beel gochuu akka eegalameefi beellii miliyoona 1 ol ni sassabama jedhame eegama jechuun himaniiru.

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *