BMJHBO 02/10/2015
Piroojaktiin Aanaa Giddaa Ayyaanaa ganda Gaattiraa laga sankooraatti keessatti hojjatamaa kan ture jiru yoo ta’u yeroo ammaa hojiin harka 99 irra jira.
Akka Itti gaafatamaan Waajjira Misooma Jallisii Godina Wallaggaa Bahaa Obbo Mangistuu Alamaayyoo ibsanitti Proojaktiin jallisii Aanaa Giddaa Ayyaanaa ganda Gaattiraa laga sankooraatti Hojatamaa jiru Birrii mil.13.5 hojjatamee kun lafa heektara 100 misoomsuu kan danda’u yoo ta’u abbootiin warraa 120 irraa fayyadamoo ta’u.




