Iskimootni Jallisii 12 ta’an qarshii Miliyoona 194 oliin suphamaa jiru.

author
0 minutes, 18 seconds Read
Share To Social Media

Caamsaa 8, /2015 (BMJHO)

Bara baajataa 2015 kana keessaa Iskimoota Jallisii suphaa barbaadan 12 qarshii Miliyoona 194 oliin suphisifamaa kan jiran yoo ta’u kunis lafa heektara 3809 misoomsuu kan danda’aniii fi kanaanis abbaa warraa 11185 fayyadamoo taasisu.

Suphaa Iskimoota Jallisii gaggeessaa jirru hojii misooma Jallisii qabannee milkeessuuf bu’aa guddaa akka qaban Itti aanaa Hogganaa Biiroo fi Itti gaafatamaa Damee Bulchiinsa Iskimii Injinaar Gurmessaa Oljirraa himaniiru.

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *