19/11/2015BMJHO
Rooba dhabuun hongee uummameen beeyladni nyaata dhabuun miidhamuun yaadanno keenya yeroo dhiyooti.
Bara kana godinaalee hanqina roobaa qabanitti lafa tutuqaa irraa bilisa gochuu roobaa fi jallisiin faca’ee heektaara 900155 misoomaa tureerraa marga toonii mil. 1.4 kan abdatamuu yammu ta’u sassaabbin margaas godinaalee kanatti cimee itti fufeera.


