More than 27,000 irrigation water pumps are being repaired to ensure the success of this year’s irrigation wheat production

October 08,2015 BMJHBO Irrigated wheat production is being cultivated on over 2.6 million hectares of land this year. Traditional, modern methods and irrigation water pumps are being provided and over 27,000 pumps are being repaired by existing professionals. Irrigation Pump Repair Specialists from State to District levels are providing this service throughout the state. This […]

Godina Shawaa Bahaatti Qamadii jallisiin lafa heektara  kuma 350 irratti misoomsuuf hojjatamaa jira.

Onkololeessaa 07,2016 BMJHBO Godinni Shawaa Bahaa qamadii jallisiin misoomsuun muuxannoo kan itti ta’eedha. Hojiin kunis Aanaalee Godinichaa 11 keessaatti hojjatamaa kan ture yoo ta’uu bara kanaas Aanaalee kanneen keessaatti lafa heektara kuma 350 irratti misoomsuuf hojii keessa galameera. Haala sochii jallisii bara kanaa Aanaa Lumeetti argamuu  ilaalleerra. Aanichaatti facaasaan qamadii kan eegale ta’uus ilaalleerra.. Qonnaan […]