Piroojaktiin Finna Hiddii Roomsoo Godina Booranaa Aanaa Dirreetti ijaarsifamaa ture xumuramee eebbifame

0 minutes, 19 seconds Read
Share To Social Media

BMJHBO Dirree

Piroojaktoota Finnaa shan ijaarsi isaanii xumuramanii eebbifaman keessaa Piroojaktiin Finna Hiddi Roomsoo Aanaa Dirreetti ijaarsifamaa ture xumuramee Jila Hogganaa Biiroo Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa Inj. Girmaa Raggasaan durfamuun eebbifameera.

Hidhni kun bishaan meetir kuubii miliyoona 1.1 qabachuu yoo danda’u Lafa heektara 46.5 jalliaiin misoomsuu danda’a. Ol dheerinni hidhichaa meetira 16.5 yoo ta’u qarshiin miliyoona 92.1 ijaarsiisuuf baasii itti ta’eera.

Sababa piroojaktichaan daandiin 3.5KM ijaarramuu danda’eera

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *