Raawwiin kurmaana 3ffaa gaarii ta’uus hojiilee harca’anii hafan ji’oota itti aanaanitti duguuguun xumuruuf xiyyeeffannoon kan hojjatamu ta’a.

author
0 minutes, 25 seconds Read
Share To Social Media

BMJHBO 24/08/2015 Adaamaa

Biiroon Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa raawwii karoora kurmaana 3ffaa hojjattoota isaa waliin magaalaa Adaamatti gamaggama gaggeesseera.

Gamaggama kanaan hojiileen kurmaana 3ffaa keessaatti raawwataman kan dhiyaate yoo ta’u kanaanis ciminoota fi hanqinoota jiran dhiyaataniiru.

kka ciminootaa

Bishaan cimmisuu, inisheetivii misooma margaa, rabsaa ji’oomeembireenii akka ciminaatti kan ilaallame yoo ta’u sababoota adda addaatiin harkifannaan piroojaktoota hanqina jiru ta’ee muldhateera .

Hogganaan Biirichaa Inj.Girmaa Raggasaa gama isaanitiin Raawwiin kurmaana 3ffaa gaarii ta’uus hojiilee harca’anii hafan ji’oota itti aanaanitti duguuguun xumuruuf xiyyeeffannoon kan hojjatamu ta’uu dubbataniiru.

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *