15/10/2015 BMJHBO
Piroojaktiin jallisii finna Bokosa Godina Booranaa Aanaa Dubluqqitti hojjatamaa ture xumuramee walharkaa fudhiinsi taasifameera. Piroojaktiin kun qarshii miliyoona 77 oliin kan ijaarsifame yoo ta’u lafa heektara 50 misoomsuu danda’a.




